Habtamu Lamu login login
home home
cart items: 0 cart items
comments

Bektu Bektu, posted 02/13/10 17:51:24

i love your new video kep up

Habtamu Lamu Habtamu Lamu, posted 01/25/10 19:20:15

Arkaa funee addee Makiyaa
gafii kanaa debiisuun dirqamaa waan naati ta'eef
baressee kanaan duraa illee email dunaane naati fakataa
walalloon sirbaa kanaa Obbo Elemo ALi naaf keene inni akka
atti baressiteef naati immee turee kanaaf maqa kee fi Elemo irraati baressee dhuftiin isa
kanummaa osso obbo Ali Birra xabachuu isa baressi hin xabaadhu turee garu lammaan kenyaa
yaroo dhummaa tokko kaan xabanee dhifamaa guddaa siin jedha nagan naaf jiraadhu
H. Lamu

mekiyaa Abdullahii mekiyaa Abdullahii, posted 11/09/09 07:43:36

Obboo Habtaamuu hunda dura aansee nagayaa fiyyaan siif hawwa. Artistii Oromoo ta'uu keetiif kabaja guddaann siif qaba, si garggaaruufillee niin gammada. Ammoo waa takka siin jechuun fedha, kuniis:sirba kee kan "TOKKO QABNA" je'u sana walaloon tiyya garuu eessarraa akka arkatte hin beeku ani garuu Ali Birraafiin kenne innis ittiin sirbee jira. Ammoo wuliif sirba hayyama abbaa walaloo baaseetiin malee hin sirbin kabaja kee xiqqeessa, kuniis gorsa haadhummaati. Yoo feete walaloo hanga ati naaf gaye jetuttiin sii barreessa jabaadhu
sagalee bareedduu qabda sirboota kee hedduun jaaladhe. jabaadhu! jabaadhu! jabaadhu!
Makiyaa Abdullaahii

your entry
email address:

your name:

your comment:




enter the 5 digit validation code from the image:


Habtamu Lamu
info
rating
  (3.08)
details
stats
visits plays
3,958 45,374
streams downloads
45,374 0